Leviticus 15:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koorafi wonti inni ira tae ch'ufti qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kooraan namni wonti akka bisaanii keessaa jigu irra taa'e martinuu batti'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kooraan nami nafa hilaa isaa keessa woy dhangala'u irra tee'e marti battii hin te'a.