Leviticus 16:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja Harunini korma kaani sorio dabaani ufi iraa baasani maro isaatiifi ka worra isaa baasu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroonillee waan cubbuu ufiitiif jibicha ciinca'aa dhiyeessa; maatii ufiitiifillee araara gaafata; cubbuu ufiitiifillee jibicha ciinca'aa dhiyeessee Rabbiin afo'otti goorra'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Aaron dardara kennansa araara cubbuu ifiitiif dhikaatu san dhikeessee, ifii fi maatii ifiitiif gumaa tolchiisaaf qaluu ti.