Leviticus 16:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni ha d'iiga korma suni haga toko fuud'e, quba ufitini qadaada suni gama durati fifit'e ammalle ka gari maro torba Sanduqa Wold'aqisa durati fifit'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiiga jibichaa fuudhee gara hulee ciincaa dhiifamsaa gara baya biiftu'uutitti qubaan facaasa; dhiiga qadaada saanduuqa waada'aa afo'otti hennaa torbaa facaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dhiiga dardaraa san irraa diqqaa isaa fuudhee quba ifiitiin qadaaddaa gumaa cubbu'uu gubba'atti gara duraatiin itti fiffixuu ti; achiin duuba dhiiga san diqqaa isaa qadaaddaa gumaa cubbu'uu san duratti yennaa torba fiffixuu ti.