Leviticus 16:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eegi inni ha korbeesa sorio daba gumitini baasani qale, d'iiga isaa Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullootini d'ufe, qadaada gubbafi Sanduqa Wold'aqisa durati fifi'uti akuma inni d'iiga korma kaani tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa re'ee ciinca'aa ka waan cubbuu bani'iitiif ciincawu goorra'a; dhiiga isaallee gara woyyittii woyyootaa fidee akkuma dhiiga jibichaa san godhe godha; qadaada saanduuqa waada'aa afo'oo fi duubattillee hin facaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Achiin duuba inni korbeessa re'e'ee san araara cubbuu kolba'aatiif qaluu ti; dhiiga isaalle gara addee irra caalaa woyyitti'ii ta gollaa keessaa geessee akkuma dhiiga dardaraa godhe san qadaaddaa gumaan araara cubbu'uu gubba'atti fiffixuu ti; qadaaddaa araara cubbu'uu san duralle'etti fiffixuu ti.