Leviticus 16:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni waan mesa fakaata ka sorio irati gubani d'aqe, ha qulqulleesuti. Ammalle inni d'iiga kormatifi ka korbeesale ka garifuud'e, ha gaafa afraani mesa suni ibsuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara hulee ciincaa araaraa itti dhiyeessanii Rabbiin afoo dhiyaatee araarsa; dhiiga jibichaatii fi dhiiga re'e'ee fuudhee gaafa hulee ciinca'aa jiruun tuqa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Achiin duuba inni gara addee ciinca'aa ta fuula kiyya dura jirtuu gad bayee, gumaa cubbu'uu isi'iif tolchuu ti; dhiiga dardaraatii fi korbeessa re'e'ee san irraa diqqaa isaa fuudhee gaafota addee ciinca'aa san mara dibuu ti.