Leviticus 16:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Quba ufitini inni d'iiga suni ka gari ha maro torba waan mesa fakaata suniti fifit'u. Akanaani inni waan mesa fakaata suni ch'ubbu gumi Israeli iraa qulqulleese, qulqullo tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiiga san irraa fuudhee qubaan hennaa torbaa facaasee battummaa ijoollee Israa'elii qulqulleessee woyyoomsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiiga san irraa diqqaa isaa fuudhee quba ifiitiin yennaa torbaa addee ciinca'aa irratti fiffixee, battummaa kolbaa Israa'elii irraa adda baasee, addee ciinca'aa san qulqulleessuu ti.