Leviticus 16:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini oboleesa kanke Harunini jettu, Hojja ch'ufa golla duuba dabarte, Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo ind'aqini; wonti akanatiifi sunini fulla anini duumansa keesa namati mullad'u qadaada Sanduqa Wold'aqisa gubati. Hojja inni waan suni dide, inni indua.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Obboleessa kee Aaroonitti ani duumessa keessaan qadaada saanduuqa araaraa irratti waan mudhadhuuf akka hin duune gara hulee golga keessaa, gara hulee saandundhi araaraa jiruu hulee hennaa maraa woyyu'uu akka hin seenne itti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani qadaaddaa addee gumaan araara cubbu'uu irra keyamu irratti duumensaan waan mudhadhuuf, obboleessi keeti Aaron gara addee irra caalaa woyyitti'ii ta gollaa keessa, qadaaddaa addee gumaan araara cubbu'uu irra keyamu ka Saanduqa Gondooro'oo irra jiru san dura yennaa ifii barbaade mara akka hin seenne itti himi. Inni ajaja kana yoo hin muummessin hin du'a.