Leviticus 16:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Korbeesi suni daba worra ch'ufa fuud'e, lafa nama inqamneti geesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Re'een sun cubbuu isaanii maraa baadhata; achiin maayessa achi fidee biyya gammoojji'ii keessatti gad dhiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Korbeessi sun cubbuu isaanii mara ba'atee gara lafa goomole'ee deema; namichille korbeessa san lafa nami keessa le'uu hin dandeenne goomolee keessatti gad hin lakkisa.