Leviticus 16:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan suni gubuleeni ha ato ollati indeebiini woya miich'ate nafa d'iqatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi kanniin gube uffata ufii miicatee nafa ufii dhiqatee achiin maayessa gara qe'ee gala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi isaan kana gube woyaa ifiitii fi nafa ifii dhiqatuu qaba; achiin duuba gara addee quttumaa seenuu hin dande'a.