Leviticus 16:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani sunini ha guyya guddo qulqullo tahuti, guyya worri ufi agabse huji male oolu. Aada tana bara ch'ufa jabeesu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sambata hara itti baafattan isinii ta'a; uf salphiftan; gad uf deebiftan; kun seera baraa haga bara baraa isinii haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun Sanbata guyyaa fooraa ti; ifi gad qaba'a; kun seerata bara baraa ti.