Leviticus 16:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi guddaani ka fohatani muudani huji abba isaa ta qaallumma iraa fuud'u, ha aada qulqulleesa suni guutu. Inni ha woya qaallu keeyate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka muudamu ka bakka abba'aa gadaa ta'u gadaan sun araara gaafatu'uuf uffata woyyoome fooyaa jirbi'iitiin hojjatame haa uffatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi muudamee addee abbaa ifiititti hayyicha guddaa te'e sun qoloo woyyittii quncee talba'aa irraa hujante uffatee gumaa cubbu'uu tolchuu ti.