Leviticus 16:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aada tana haga jiru jireenna guutu malani. Ammalle aada tana ganna ch'ufa keesa guyya toko tolchu malani, aka worra Israeli daba isaani iraa qulqulleesani. Jennaani Musani akuma AABBO Waaqi isaani jed'e kaani tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa keessa hennaa tokko waan cubbuu ijoollee Israa'eliitiif seera baraa haga bara baraa haa ta'uu» Akka kanaan Muuseen waan Rabbi isa ajaje maraa godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun seerata bara baraa ka wogga'atti yennaa tokko cubbuu kolbaa Israa'eliitiif gumaa tolchitanu isiniif te'uu ti» jedhe. Tunille akkuma Mootiin Waan Maraa Muusee ajaje hujante.