Leviticus 17:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami Israeli yokhaani nami gosa d'ibi, ka worra keesa godaanu, fooni d'iiga qaba nyaate, AABBO Waaqi nama suniti qaragale deebie nama suni gumi isaati inheregu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'elii keessaa yookaan worra isaanitti galee isaan keessa jiraatu, namni kamuu yoo dhiiga nyaate namni nyaatu sun jibbamaa ta'a; nama san banii keessaa fooyee balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Isin Israa'eloota keessaa yookiin orma isin odduu jiru keessaa nami tokko dhiiga yoo une yookiin foon dhiiga qabu yoo nyaate, ani diina itti hin te'a; nama san kolbaa keessaa hin baasa› jedhi.