Leviticus 17:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jireenni waan lubbu qaba ch'fti, d'iiga keesa jira, tanaafi AABBO Waaqi d'iiga ch'ufa d'aatu waan mesa fakaatati jissa, akasiini daba gumi iraa fuud'a jed'e. D'iigati, ka isa male nami dandae injiranne, daba nama iraa fuud'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuun foonii dhiiga keessa waan jirtuuf dhiinni waan lubbu'uuf araara godhuuf; hulee ciinca'aa irratti ani akka araara isinii ta'uuf isinii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lubbuun dada maraa dhiiga keessa waan jirtuuf, gumaa lubbu'uulle ka te'u dhiiga waan te'eef, addee ciinca'aa irratti gumaa lubbuu teessanii akka te'u ani Mootiin Waan Maraa dhiiga isiniif kenneera.