Leviticus 17:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kanafi AABBO Waaqi waan worra Israelitini jed'e, Isanifi yokhaani nami gosa d'ibi, ka isani keesa godaanu, fooni d'iiga qaba inyaatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ijoollee Israa'elii isin keessaa eennullee akka dhiiga hin nyaanne worra isinitti gale keessaallee eennullee akka dhiiga hin nyaanne isiniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani, ‹Isin kolbaan Israa'elii dhiiga hin unina'a; ormi isin odduu le'ulle dhiiga hin unin› jedhe.