Leviticus 17:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jireenni waan lubbu qaba ch'ufti d'iiga keesa jira, tanaafi AABBO Waaqi waan worra Israelitini jed'e, fooni d'iiga qaba inyaatina, nama nyaatule deebiani gumi tiyyati inheregani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiinni waan foon uffatee maruu tokko waan ta'eef kanaafuu ijoollee Israa'elii jireenni foon maraatuu dhiiga waan ta'eef dhiiga foon maraatuu hin nyaatinaa'a; ka nyaate maruu fooyamee haa baduu waan jedheeruuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lubbuun dada maraa dhiiga keessa waan jirtuuf, ani kolbaa Israa'eliitiin, ‹Dhiiga dada maraa hin unina'a; nami dhiiga san unu marti kolbaa ifii keessaa bawuu ti.