Leviticus 17:4 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hulee woyyittii Rabbii saanduuqa waada'aa afo'oo fi daasee wol gayi'ii afoo yoo fiduu baate, yakki dhiigaa namicha san irra ta'a; waan dhiiga jisseef nama irraa fooyamee haa baduu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
fuula Dunkaanii Woyyittii tiyyaa duratti ana Mootii Waan Maraatiif kennansa gara seensuma Dunkaanii Woldeenna'aa yoo hin fidin, nami sun yakkaan dhiiga dhangalaasiisaa itti muramuu ti; inni dhiiga waan dhangalaaseef kolbaa ifii keessaa bawuu ti.