Leviticus 17:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi duuba ha d'iiga suni d'aatu waan mesa fakaata suniti, fulla balbala Waaro Woyyumati jisse gabbinna gubuti, aka ch'inch'aani isaa AABBO Waaqa gammachiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichillee balbala daasee wol gayi'iititti hulee ciincaa Rabbii dhiyeessan sanitti dhiiga facaasa; coomallee akka Rabbii urgaayaa mishaa ta'u ciinceessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi dhiiga san addee ciinca'aa ta seensuma Dunkaanii Woldeenna'aa duraatitti fiffixuu ti; cooma san ka foolee dansaa qabu, ka Mootii Waan Maraa gammachiisu godhee gubuu ti.