Leviticus 17:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli armaa achi deebie, AABBO Waaqa lakise hori ufi ballinna keesati qale laleesa jinni kad'achu himmalle. Worri Israeli haguma jiru jireenna aada tana ha jabeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa ufii worra yaada seexanaa duukaa deemanii seebaranii akka hin dhiyeessine; kun isaanii fi ijoollee ijoollee isaaniitiif seera baraa haga bara baraa haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haganaa achi kolbaan Israa'elii Mootii Waan Maraatiif addatamuu lakkittee, waaqota dharaa ka fakkii re'e'ee waaqonfatiisaan sagaagaltee, ciincaa hin dhikeessin; kun dhaloota dhufu mara keessatti seerata bara baraa isaaniif te'uu ti› jedhi.