Leviticus 18:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle AABBO Waaqi waan jrd'e, Dubbi tiyya ch'aqasa, waan hamtu worri duri lafa tana keesa tau tolche gula indeemina. Ammalle waan akasi suni tokole tolchitani ufi int'ureesina. Anini AABBO Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaafuu waan battii worri armaan duraa hojjatan maraa hin hojjatinaa'a; isaan waan battii saniin waan battaayaniiraniif; isinillee akka hin battoofne seera kiyya eegaa'a; Ani Rabbi Waaqa keessan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; ajaja kiyya eegadha'a; waan battii worri isiniin dura lafa san keessa le'u huje keessaa waan tokkolle hin hujina'a; hujii tanalle'een ifi hin batteessina'a› jedhi» jedhe.