Leviticus 18:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aadaafi seera anini isanii kenne gula deema: yo akasi taatani lubbu teesani baaftani. Anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri seera kana raawwatan seera kanniiniin lubbu'uun waan jiraataniif, Ani Rabbiin waan ta'eef seera kiyyaa fi ajaja kiyya eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa ti; seerataa fi seera kiyya nami eegate lubbu'uun waan jiraatuuf isaan kana eegadha'a.