Leviticus 19:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan d'ara maqa kiyyaani inkakhatina; yo akasi taatani isani ya maqa kiyya ch'eersitani. Anini AABBO Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa kiyyaan sobaan hin kakatinaa'a; maqaa Waaqa keessaniillee hin xureessinaa'a; Ani Rabbi Waaqa keessan waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani Mootii Waan Maraa ti; maqaa kiyyaan dharaan kakatanee, maqaa kiyya hin batteessina'a.