Leviticus 19:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuda inarabsina, yokhaani ballaale ingufachisina. Na sodaad'a, anini AABBO Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama gurraan hin dhageenne hin arrabsin; nama ballaa waan isa gufachiisu afoo hin kaayin; Waaqa kee sodaadhu; Ani Rabbi Waaqa kee waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa ti; ana Waaqa keeti sodaadhu malee, nama gurra duuda'aa hin abaarina'a yookiin nama ballaa dura gufuu hin keyina'a.