Leviticus 19:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja dubbi qortani d'uga gula qora; dureesa insodaatina hiyyeesale ira inch'isina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati hennaa murtii dhuga'aa kennitu amanama'aa fi nama qajeelaa ta'i; nama maraafuu qixatti murteessi malee hiyyeessa jettee isa gargaaru'uuf hin badadin; dureessallee inni dureessa jettee isaa hin dabsin; garuu goshoo keetiif murtii dhuga'aa murteessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Haqa hin dassina'a; nama maraaf muraa dhuga'aa kenna'a malee, hiyyummaa isaa ilaaltanee hiyyeessaaf hin golina'a; dureessalle durummaa isaatiif ulfinna hin kennina'a.