Leviticus 19:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyya keesa deemtani d'ara odeesitani gurra nama imballeesina; hojja nama dubbini qoraani ira deebite lubbu iti taate, ka isani waan suni beetani inch'alisina. Anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii jiddu'utti hin fakkeessin; waan nama ajjeesisiisu nama irratti hin godhin; Ani Rabbiin waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani Mootii Waan Maraa ti; kolbaa teessan keessa asii fi achi deemaa hin hamatina'a. Waan lubbuu namaa balleessu tokkolle hin hujina'a.