Leviticus 19:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama haalo fuutani yokhaani haalo imbafatina ammo aka ufi jaalattani nama ch'ufa jaalad'a. Anni AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haluu hin bayin; banii keetitti gadoo hin qabatin; ijoollee worra keetiititti gadoo hin qabatin; garuu goshoo kee akka uf jaalattutti jaaladhu; Ani Rabbiin waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa ti; ati akka ifi jaalattu nama jaaladhu malee, haluu hin bayin, quuqaalle itti hin qabatin.