Leviticus 19:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami tissiti isa nama d'ibi fuusisu fed'e ka namichi suni hori imbaasini, ammo abda tisse suni intala suni barate worra lachu ijeesu himmalle ha waan d'ibi iti dubbatani. Wonti akanitiifi isiini tisse isaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eennullee garbittii ufii woliin yoo ciise, yoo isiin abbaa worraa hin qabaannee fi ta gatiin isi'ii hin kaffalamne ta bilisa hin baane yoo taate haa adabamanii; isiin waan bilisa hin baaneef akka hin ajjeefamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Nami tokko garbittii nama dhibi'iif kadhatante yoo woliin rafe, isiin ta wodante yookiin ta bilisa baate yoo hin te'in, itti gaafatamuu ti! Te'uu malee dubartiin sun waan bilisa hin bayiniif isaan hin ijjeefamanu.