Leviticus 19:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja lafa kanaanitiini baatani, baatani, mukha sagale baasu oobrattani, haga ganna sadi, mid'aani suni aka waan qulqullo inheregina. Haga ganna suni ch'ufa inyaatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa gara biyyatti'ii galtanii muka daraaraan isaa nyaattamu mara dhaabattan sanyii san akka waan hin gadoomneetitti laalaa'a; woggaa sadihii akka waan hin gadoomnee waan isinii ta'eef hin nyaattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Isin lafa Kana'aaniititti galtanee muka midhaan isaa nyaatanu yennaa dhaabbatane midhaan muka sanii nyaatiis akka dhooggame beeka'a; woggaa sadiif midhaan muka sanii hin nyaatina'a.