Leviticus 19:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna afreeso mid'aani mukha suni ch'ufa aka galata AABBO Waaqaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sanyiin woggaa arfeesso'oo maruu galata Rabbiitiif haa woyyoomuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaa arfeesso'ootitti ammoo midhaan muka sanii marti kennansa galataa ka ana Mootii Waan Maraatiif woyyoome hin te'a.