Leviticus 19:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ganna shaneeso; haga feetani nyaad'a. Yo isani waan kana ch'ufa tolchitani mukhi keesani aka dansa mid'aani baasa. Anini AABBO Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka sanyiin isinii baay'atu ka woggaa shaneesso'oo nyaadhaa'a. Ani Rabbi Waaqa keessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; Woggaa shaneesso'ootitti ammoo midhaan muka sanii nyaadha'a; akka kanaan midhaan isin galfattanu isiniif hin misa.