Leviticus 19:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rifeensa keesani ka maddi lamaani inhaadatina yokhaani areeda keesani imid'afatina,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jammura hin haadatinaa'a; areeda keessan gabaabsitanii hin haadatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Rifeensa mataa keessanii jala hin quxatina'a, areeda keessanille gabaassitanee hin muratina'a.