Leviticus 19:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubra teesani fulla Waaqa d'ibi iti kad'ataniti balleesitani sharmut'a intolchina; yo isani aka kana tolchitani isani waaqa suni gula baatani laft hameennani baddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Biyyi tee akka biyya seebartootaa hin taane ijoollee tee ta intalaa dabarsitee worra ormaa ka seebarutti hin kennin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Latti gara sagaagalumma'aa akka hin deebine yookiin hammeennaan akka hin guutane, intala teeti hin batteessin.