Leviticus 19:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Sabato jabeesa, fulla iti na yaamatanile ulfeesa. Anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sambata kiyya eegaa'a; mana woyyuu kiyya kabajjaa'a; Ani Rabbiin waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani Mootii Waan Maraa ti; Sanbata kiyya eeggadha'a; addee woyyittii tiyyaaf ulfinna kenna'a.