Leviticus 19:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ekhera wogaafatu, gorsa iraa infud'atina, yo isani akasi taatani ya t'urooftani. Anini AABBO Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gara mana worra hafuura hammeeyyii waamuutii fi mana mortu'uu hin dhaqin; akka isaaniin hin battoofne hin soqina'aanii; Ani Rabbi Waaqa keessan waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; isin akka hin battoonneef gara worra ekeraa dubbisuu hin dhaqina'a yookiin moruu hin barbaadatina'a.