Leviticus 19:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaarole saalfad'a, duraa kaa. Nale sodaad'a, anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaarsota umuri'iin nama guddaa ta'an yoo argite, hulee teettee ka'iitii isaan kabajji; Waaqa kee sodaadhu; Ani Rabbi Waaqa keetii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani Mootii Waan Maraa ti; Waaqa keeti sodaadhu! Nama guddaa duraa ka'i; jaarsaaf ulfinna kenni.