Leviticus 19:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama gosa d'ibi, ka isani keesa godaanu, waan hamtu intolchina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Orma biyya tee keessa jiru maraa irratti dhara hin hujin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Nami ormaa lafa teessan keessa isin woliin yennaa le'u, isa hin cunqursina'a.