Leviticus 19:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma nama keesani ka Israeli jaalattani worrale jaalad'a. Qaabad'a, aka isanileeni duri gosa d'ibi keesa lafa Misiri teetani. Anini AABBO Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee biyya Misirii keessatti galaa waan turtaniif; galaa biyya teessan keessa jiru akka nama keessaniititti laalaa'a; isallee akkuma uf jaalattutti jaaladhu; Ani Rabbi Waaqa keessan waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; nama ormaa ka isin woliin le'u akkuma nama dhalataa biyya keessaniititti ilaala'a; isinille biyya Gibxi'iititti orma teetanee waan turtaneertanuuf, akkuma ifi jaalattanu isa jaaladha'a.