Leviticus 19:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan woini biimitani keesa, d'eerinna taanaani, ulfinna taanaani, hagale taanaani nama indabsina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Safartu'uun, bikkitu'uu fi madaalaan hin dabsin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Miki'iin, waan ittiin madaaltanuu fi waan ittiin safartanuun nama hin sobina'a.