Leviticus 19:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan woini biimitani miisanafi waan d'ibile taanaani, waan d'ugaatini wobiima, nama indabsina. Anini AABBO, Waaqa keesani, ka lafa Misiri keesaa isani baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Safartuu, bikkitu'uu fi madaala qajeelaa ta'e qabaadhaa'a; Ani Rabbi Waaqa keessan ka biyya Misiriitii isin baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan ka biyya Gibxi'ii keessaa isin baase! Mikii, madaallii, waan ittiin safartanuu fi waan dhangala'u waan ittiin safartanu ka sirrii te'etti fayyadama'a.