Leviticus 19:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aadaafi seera kiyya ch'ufa guuta. Anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seera kiyyaa fi ajaja kiyya maraa eega'aatii waan mishaa hojjadhaa'a; Ani Rabbi Waaqa keessan waan ta'eef» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani Mootii Waan Maraa ti; seerataa fi seera kiyya mara eeggadha'aatii hordofa'a› jedhi» jedhe.