Leviticus 19:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Naraa gortani waan harkaani mid'aasani inkad'atiina. Yokhaani sibiila tumtani Waaqa jettani iyyaamatina. Anni AABBO, Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani Rabbi Waaqa keessan waan ta'eef, gara waaqa tolfama'aa hin gorinaa'a, waaqa tolfamaa worra biraa ka harkaan baffamee tolfamuu, fakii waaqolee tolfama'aa keessan hin godhatinaa'a; Ani Rabbi Waaqa keessa waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; isin gara waaqota dharaa hin deebi'ina'a yookiin waan baqisiifamu irraa waaqota dharaa hin hujatina'a.