Leviticus 19:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fooni suni guyya hori qaltanifi yokhaani boriyyaate nyaad'a ammo guyya sadeeso yo fooni hafe jiraatani inyaatina guba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa guyyaa ciincaa dhiyeessitanii fi haga bariisa'aa hin nyaattama; haga guyyaa sadeesso'oo yoo hafe, ibiddaan gubdan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ciincaan sun guyyuma isin dhikeessitane san yookiin guyyaa itti aanu nyaatamuu ti; ka irraa hafee haga guyyaa sadii geye gubamuu ti.