Leviticus 19:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami nyaatuleeni wollaala qaba, waan inni waan qulqullo naa baasani t'ureesefi, duuba isaale deebiani nama kiyyati inheregani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni waan kana nyaatellee waan Rabbiif woyyoome waan batteesseef cubbuun isa irra taati; namni sun banii keessaa fooyamee haa baduu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami isa nyaate waan Mootii Waan Maraatiif woyyoome waan batteesseef, itti hin gaafatama; nami sun kolbaa ifii keessaa bawuu ti.