Leviticus 2:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo wonti daakhani suni ka iraa hafe ha sagale Harunitifi ilmaani isaa taatu; sagaleeni suni sagale AABBO Waaqa baasani keesaa fuud'ani tanaafi isiini guddo qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaan midhaanii ka hafe Aaroonii fi ijoollee Aarooniitiif ta'a; kun kennaa midhaanii ka guddisee woyyoome ka ibiddaan Rabbiif dhiyaatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka hafe, kennansa midhaanii ka ibiddaan gubamee ana Mootii Waan Maraatiif dhikaatu keessaa irra caalaa woyyicha te'e keessaa tokko waan te'eef, Aaronii fi ilmaan isaatiif kennamuu ti.