Leviticus 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani qara murattani AABBO Waaqa baasa, ammo waan mesa fakaata kaani irati ingubina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kanniin ammo kennaa hangafaa gootanii Rabbii dhiyeessitan; akka ciincaa urgaaya'aatitti hulee ciinca'aatitti ciincaa gubatu gootee hin gubdu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin kennansa midhaan mata'aa ana Mootii Waan Maraatiif kennuu hin dandeettan; isaan kun ammoo kennansa gubamu ka foolee dansaa qabu te'anee, addee ciinca'aa irratti hin gubamanu.