Leviticus 2:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi ha mid'aani tumani suni ka haga garitifi d'ad'a haga garile, hit'aana ch'ufa woliini gubu, aka akasiini aka waan kana ch'ufa Waaqa iraa argatani garsiisu. Kunini waan gubani AABBO Waaqaa baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichillee midhaan sukkuumame, dhadha'aa fi hixaana waan maraa fuudhee yaadanno'oof guba; kun kennaa Rabbiif ibiddaan dhiyaatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun kennansa ana Mootii Waan Maraatiif ibiddaan gubamee dhikaatu waan te'eef, hayyichi kennansa midhaan sharameetii fi zayitii ejersaa san gamisa, hixaana maraayyuu woliin yaadanno'oof akka te'u, ibiddaan gubuu ti.