Leviticus 2:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo wonti daakhani suni ka ira hafe ha sagale qaalole ilmaani Haruni taatu; sagaleeni suni sagale AABBO Waaqaa baasani keesaa fuud'ani, tanaafi isiini guddo qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa midhaanii ka dhiyaate irraa ka hafe Aaroonii fi ijoollee isaatiif ta'a; kun kennaa ibiddaan Rabbiif dhiyaatu ka woyyoome.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka hafe, kennansa midhaanii ka ana Mootii Waan Maraatiif dhikaatu, ka irra caalaa woyyicha te'e keessaa tokko waan te'eef, Aaronii fi ilmaan isaatiif kennamuu ti.