Leviticus 2:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba mid'aani Waaqaa baasani suni AABBO Waaqa geesi, qaallichati kenni, aka inni waan mesa fakaata kaaniti geesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaan midhaanii ka akkanatti hojjatame Rabbii haa dhiyaatuu; gadichatti kennamee gadichi gara hulee ciinca'aa dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa midhaanii ka waan kana irraa hujame ana Mootii Waan Maraatiif fidiitii, hayyicha gara addee ciinca'aa geessutti dhikeessi.