Leviticus 2:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi ha waan baasani suni keesaa haga toko fuud'e waan mesa fakaata suni irati gubu, aka akanaani ch'inch'aani isii AABBO Waaqa gammachiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi kennaa midhaanii fuudhee yaadanno'oof kennaa urgaayaa Rabbii dhiyaatu godhee hulee ciinca'aa irratti guba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi kennansa midhaanii ka dhikaate kana irraa gamisa fuudhee, yaadanno'oof akka te'u, kennansa ibiddaan gubamee dhikaatu, ka akka dakkara foolee dansaa qadduu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu godhee addee ciinca'aa irratti gubuu ti.