Leviticus 20:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami d'iira akuma nama uwatiin rafu woliini rafe worri ya waan hamtu tolche, worra lachu ha ijeesani. D'iigi worraa gubbuna worrati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni tokko akka intala fuudhutti yoo dhiira fuudhe, isaan lamaanuu waan waan battii hujaniif sirima haa ajjeefamanii; gumaa isaaniillee namni gaafatu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko akkuma dubartii woliin rafu dhiira yoo damaame isaan lamaanuu waan battii waan hujaneef ijjeefamanuu ti; dhiiga isaaniitiif isaanumatti itti gaafatama.